News
Select a unit
Listen to find out how to say no to invitations politely .Akkatti haala gaariidhaan lakki jedhan hubachuuf caqasi.
Listen to find out how to ask for information in English.Akkatti Afaan Ingiliziitiin odeeffannoo gaafattu hubachuuf caqasi.
Listen to find out how to give directions in English.Akkatti Afaan Ingiliziitiin kallattiiwwan himtu hubachuuf caqasi.
Listen to find out how to talk about your habits.Akkatti waa’ee amaleeffannaakee itti dubbattu hubachuuf caqasi.
Listen to find out how to talk about your abilities in English.Akkatti waa’ee dandeettiikeetii Afaan Ingiliziitiin dubbattu hubachuuf caqasi.
Listen to find out how to compare two thingsAkkatti wantota lama walbira qabanii ilaalan hubachuuf caqasi.
Listen to find out how to compare more than two things.Ingiliffa keessatti wantoota lamaa ol akkamitti akka dorgomsiistu baruudhaaf dhaggeeffadhu.
Listen to find out how to talk about being ill.Waa’ee dhukkubsachuu akkatti dubbattu hubachuuf caqasi.
Listen to find out how to respond to news.Akkatti oduuf deebiin kennamu hubachuuf caqasi.
Listen to find out how to use 'there is' and 'there are' in English.Gaaleewwan 'there is' fi 'there are' Afaan Ingiliziitiin akkatti fayyadamtu hubachuuf caqasi.
For a better experience please enable Javascript in your browser