BBC News, Afaan Oromoo - Oduu
Isin hin darbiin
'Raayyaan ijaaramaa jiru humnoota xixiqqoof kan gurmaa'e miti'- Ministira Ittisaa
Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa Ayishaa Mahammad kanneen ''afaan guutanii biyya jedhanii waamuuf nama rakkisu hundi haala kanaan Itoophiyaatti dubbachuuf yaaluun waan baratame akka ta'e ni beekna,'' jechuun haala yeroo irratti dubbatan.
KALLATTIIN, US'tti erga namichi hiriirtota Israa'elonni butaman akka gadhifaman gaafatanirratti abidda qabsiisee hedduun miidhaman
US bulchiinsa Koloraadoo magaalaa Boulder jedhamu keessatti namichi hiriirtota Israa'eloonni butaman akka gadhiifaman gaafatanirratti abidda qabsiisuun yoo xiqqaate namoonni ja'a miidhamaniiru
Yukireen haleellaa dirooniin xayyaarota waraanaa Raashiyaa mancaasuun Raashiyaaf ergaa maalii qaba?
Yukireen haleellaa diroonii gaggeessiteen buufataalee xayyaarota waraanaa Raashiyaa haleelte
Seenaa addaa Sawuud Arabiyaa fi fudhatamummaa addunyaa irratti argataa jirtu
Saawud Arabiyaan gumaacha murteessaan addunyaa irratti argataa jirtuun mariiwwaan nagaa hedduun achitti gaggeffamu
Mallattoon ijaa hiikaa icciitii qaba jedhamuufi boca rog-sadee keessa jiru eessaa dhufe?
Ijji boca rog-sadee keessaa akka mallattoo Illimunaatiitti fudhatama. Illimunaatiiwwan icciitiidhaan addunyaa to'achuudhaaf yaalaa jiruu yaadni ammoo kan waggoota lakkoofsiiseedha.
Dhukkuboota saal-qunnamtiin dadarban cimoo fi wal'aansaa isaanii
Akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa jedhutti, dhukkuboonni saal-qunnamtiin dadarban addunyaarratti rakkoo fayyaa ijoo qaqqabsisu. Guyyaa guyyaatti namoonni miliyoona tokkoo ol dhukkuba saal-quunamtii wal'aanamuu danda'aniin qabamu jedha jaarmiyaan kun.
Xiyyaara gara hawaa nama geessitu- SpaceX'tti maaliif qormaanni baayyate? Maaltu itti aana?
Wayita addunyaan imala gara hawaarratti xiyyeeffattee jirrtu kanatti kubbaaniyyaawwan xiyyaar-samii oomishan heddummaataa jiru.
Gaaffilee hojjetoota Itoophiyaa fi duula hojii dhaabuu kaleessaa hanga har'aa
Dhimmi hojjettoota Itoophiyaa umrii maanguddoo tokkoo lakkoofsiseera. Gaaffiiwwan kun ammallee bifa isaanii jijjiiraa itti fufaniiru. Ofii gaaffiiwwan hojjetootaa maali?
Itoophiyaatti dhukkuba Maaree Jaldeessaan namni tokko lubbuun darbe
Itoophiyaatti dhukkuba Maaree Jaldeessaan (Mpox) namoota qabaman keessaa tokko lubbuun darbuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Namootni dhukkuba kanaan qabamuunsaanii mirkanaa'e jaha gaheera.
Yaadannoo fonqolcha mootummaa nama umuriin waggaa 74 Koloneel Kaasaayee
Yeroo sanatti ajajaa olaanaa humna qilleensaa 102ffaa Eeritiraatti argamuun ture. Caamsaa 8 guyyaa Kibxataa tasa biiroo Janaraal Damisee Bultootti barbaadamta naan jedhan. Anis konkolaataa koo kaafachuudhaanan biiroo isaanii dhaqe.
Haleellaa Israa'el giddugala gaargaarsa namoomaa Gaazaarratti raawwatteen yoo xiqqaate 31 du'an
Haleellaa Israa'el taankiidhaan giddugala gargaarsa namoomaa Gaazaa irratti raawwatteen hanga ammaatti namoonni 31 du'uu fi 200 kan caalan madaa'uu lubbu-baraartonni himan.
Erga PSGn Chaampiyoonsi Liigii injifatee booda walitti bu'iinsa mudateen hedduun hidhaman
Kilabni Faransaay PSGn seenaasaa keessatti yeroo jalqabaaf waancaa Chaampiyoonsi Liigii injifachuu hordofee wayita namoonni magaalaa Paaris keessatti gammachuusaanii ibsatan walitti bu'iinsaa fi jeequmsa uumameen hedduun hidhamaniiru.
BBC Afaan Oromoo Chaanaalii WhatsApp gubbaan hordofaa
Maaltu haasa'ama?
Dhaamsi falmisiisaa Ministira Haajaa Alaa US 'guyyaa walabummaa' Itoophiyaa jechuun maxxansan haqame
Dhaamsi Ministirri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets Maarkoo Ruubiyoo Itoophiyaaf ''baga waggaa 34ffaa birmadummaasheef geessan'' jedhu dhaamanii ture haqame.
Sagalee, Oduu BBC Afaan Oromoo
20:49 EAT - 21:04 EAT
Tigraay naannoo daangaa Itoophiyaa fi Ertiraa keessatti maaltu deemaa jira?
Waraana Tigiraayitti geggeeffame hordofuun loltoonni Eertiraa naannawaa daangaa Tigraay qabatanii turan buufata sakatta'iinsaa/Kellaa daandii Adigraat irraa gara Zalambessaa geessu irratti kaa'anii turan kaasuu isaanii qondaalli naannichaa BBCtti himan.
Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa
Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.
Pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Af-warqii haasaa Guyyaa Walabummaa taasiserratti waa'ee Itoophiyaa maal jedhe?
Pirezidantiin Ertiraa Isaayyaas Af-Warqii kabaja Guyyaa Walabummaa biyyattii 34ffaa ilaalchisuun haasaa taasiserratti mootummaa Itoophiyaa jabeessee qeeqeer
"Waamicha nagaa Imbaasiin US dhiyeesse nan fudhadha, garuu fiixaan ba'insa isaatiif mootummaatu rakkoodha"-WBO
Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) waamciha nagaa Imbaasiin Ameerikaa Finfinnee jiru dhiyeesse akka fudhatu himee garuu 'mootummaan yaad-rimee nagaa waraanaaf waan dhimma itti ba'uuf waamicha kanaaf rakkoodha' jedhe.
Mootummaan nageenya ummataaf dursa kennuun WBO fi Fannoo waliin mari'achuu qaba- US
Itoophiyaatti Ambaasadara Ameerikaa, Erviin Maasiingaa walitti bu'insi Itoophiyaa keessaa dhaabbachuun mootummaan federaalaa dursa nageenya uummataaf kennun WBO fi Faannoo waliin mari'achu qaba jedhan.
Hangi sharafa alaa namoonni biyya alaatti imalan argatan dachaan dabalun ibsame
Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa sharafa alaa namoota yeroo biyya alaa deeman duraan dolaara Ameerikaa kuma shan argataa turan amma gara dolaara kuma 10tti guddisuu beeksiise.
'Ajaja mana murtii fudhannee baanee, garuu ammoo nu amansiiseera jechuu miti'- Abukaatoo Obbo Taayyee
Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa oliyyannoo Abbaan Alangaa Obbo Taayyeerratti dhiyeeffateerratti jalamurtii laachuuf har'atti beellamee turus beellama biraa kennuunsaa himame
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa TPLF paartii siyaasaa keessaa haqe
Paartiin Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) paartii siyaasaa keessaa haqamuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise.
Waa'ee gaaffii naannummaa ummata Walloo Mana Maree Federeeshiniif dhiyaate jedhame maal beekna?
Gaaffii naannoo ta'uu ummata Walloo Mana Maree Federeeshiniif kan dhiyeessan Koree Gaaffii Naannummaa Uummata Walloofii Paartii Dimokiraatawaa Ummattoota Wallooti.
'...Godaantota Itoophiyaa torba galaanaatti darbatan': Daandii balaafamaa baayyee hin beekamne
Dhaabbanni Baqattoota Addunyaa (IOM) akka jedhuutti, godaantoonni hedduun gaaffiinsaanii diinagdee ta'ulleen, godaantoonni Itoophiyaa hedduun keessattuu naannoo Oromiyaa fi Amaaraa irraa sababii walitti bu'iinsaa fi hidhaa baqachuuf godaanaa jiru.
Walitti bu'iinsa
Ispoortii
Dursaan taphattootaa PSG waancaa salphaatti hin dhiifnu jedhe
Morkiin waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa galagala har'a Muunikitti PSG fi Inter Milan gidduutti gaggeeffama. PSG seenaa haaraa galmeessaa?
Gahumsa urjiileen Afrikaa Piriimiyeer Liigii keessatti agarsiisaan lakkoofsaan
Taphattoonni Afrikaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti ifanii mula'atan eenyu fa'i?
Viidiyoo, 'Abjuun koo shaampiyoonaa addunyaa ta'uudha' - Daraaraa, Turtii 6,20
Dargaggoo Daraaraa Mokonnin ijoollummaasaatti abbaa fi haadhasaa du'aan dhabe. Barnoota idilee kutaa saddettaffaatti adda kutuufis dirqamus amma teenis minjaalaan shaampiyoonaa Itoophiyaafi Baha Afrikaati.
Al-Naasiriin Liiverpuulirraa Diyaaz fudhachuu barbaaduufi odeessaalee jijjiirraa taphattootaa biroo
Chelsiin Jaaden Saachoo ergisaan Maanchester Yunaayitid irraa fudhatee jiru gara waliigaltee dhaabbataa ta'etti jijjiiruu barbaada.
Waggootaaf daandiirra jiraachuurraa hanga teenisa minjaalaan seenaa haaraa Itoophiyaa katabuutti
Imala milkaa'inaa dargaggoo Dararaa Mokonnnin, waggootaaf daandii gubbaa jirachuurraa ka'ee teenisa miinjaalan maqaa Itoophiyaa dorgommii idila addunyaarratti dhoofsose
Riyaal Maadiriid Wiirtz fudhachuuf Liiverpuul harkatti qabaa jiraachuufi oduu jijjiirraa biroo
Liiverpuul taphataa sarara cinaa Baayer Liiverkusan Filooriyaan Wiirtz fudhachuuf itti gammadee hordofaa jira ture. Haata'u malee, amma Riyaal Maadiriid taphataa kana fudhachuuf harkatti qabaa jira.
Yunaayitid Maleezhiyaatti erga mo'atamee deeggartootni itti cooquun 'nuuf mala' jedhe Amoriim
Leenjisaan Maanchister Yunaayitiid Ruuben Amoriim taphattootnisaa Kuwaalaa Laampuuritti dheekkamsaan itti cookamaa bahuun gaariidha jedhe.
Al-Hilaal Buruunoon murtee dhumaa akka beeksisu gaafachuu: Oduu jijjiirraa taphattootaa
Al-Hilaal taphataa Maanchester Yunaayitid Buruunoo Ferenaandeez fudhachuurratti waan jedhe, Maanchester Siitiin ammoo morkii Raayaan Cherkii fudhachuuf taasifamutti makamuufi Leeroy Saaneen gara Piriimer Liigiitti deebiyuu danda'a, Kiristaanoo Rondaaldo ammoo Al-Naasir gadhiisuuf jira kan jedhan oduu jijjiirraa taphattootaa har'a odeeffamaa jiru keessati.
Lubbuu ofii galaafachuuf murteessee kan ture Wilsan Kubbaan miilaa isa baraaru hime
Taphataan sarara duraa Niwkaasil Yunaayitiid Kalum Wiilsan ijoollummaa isaatti lubbuu ofii galaafachuuf murteessee akka ture hime.
Kiristaanoo Roonaaldoo Al Naasir keessaa bahuun kilaba malee hafuuf
Kiristaanoo Roonaaldoo kontiraata isaa Al Naasir keessaa xumuruu kilebichaa bahuuf jedha.
Jijjiirraa taphattootaan Man Yunaayitid, Man Siitii, Chelsiifi kaan eenyuun gaafachaa jiru?
Maanchester Siitiin taphataa sarara gidduu Paawondii miliyoona 55 baasu gaafachuu; Maanchester Yunaaytid fi Niwukasil Yunaayitid ammoo Piriimer Liigii keessaa taphattoota sarara fuula duraa gaafachaa jiraachuufi Beelingihaam gara Jarman deemuu danda'a kan jedhan odeeffamaa jiru.
Gammachuu ibsannaa Liiverpuul irratti wanti mudate maali?
Konkolaata auummata gammachuu isbachuuf bahetti oofameen namootni 50 ta'an miidhamaniiru. Wanti mudate garuu maali?